Tiraafikaa fi Geejiba

Yammuu daandiin tiraafikaa fi kan lukaa cufamutti isin beeksifna.

Cufamuu Karaawwanii

Cufamuu Karaa kan yeroo ammaa

  • 'Sixth Street South' adda baba'ii Sadaffaa fi Afurafaa gidduutti cufamee jira(daandii konkolaataas ta'ee kan lukaa).

Yeroo ammaa karaawwan kan biroon banamoo ta'anii turu. Daandiiwwan cufaman kan biroon yoo jiraatanitti dursinee isin beeksifna. Qorannoon keenya nagumaan isaa kan eegame ta'uudhaan, kaayyoon keenya warra lukaan deeman, tiraafikaa fi dhiibbaa geejibuu hir'suuf.

Cufamuu karaawwanii kaartaa irraa ilaalaa.

Akeekkachiisa geejibuu kan Metroargachuu

Yeroo geejibdanitti dhiibbaawan odeeffanmnoo argachuudhaaf akeekkachiisa kan Metro Transit'f galmaa'aa.

Naannoo nageenyaa kan yeroo gabaabaa

Magaalichii fi shariikonni waliin ta'uudhaan nageenya kan yeroo gabaabaa irratti naannoo ijaarsa gamoowwan mootummaatti taasisanii jiru.

Inni kunis kan inni of keessatti haammatu:

  • Galma Magaalaa
  • Giddu gala Mootummaa Hennepin County
  • Gamoo Tajaajila Hawaasaa isa haaraa
  • Mana sirreessaa Hennepin County
  • Buufata Ittisa Poolisii

Isaan kun yeroo qorannoo yakkaattif bakkichaatti kan argaman ta'u.